Bahuu keessaniin dura kaartaawwan kaameeraa daandii, fi kanneen biroo haala tiraafikaa agarsiisan ilaalaa qulqulleeffadhaa. Kaartaa Imaltootaa SIyaatil (Kaameeraa Daandii)Kaartaa (Deeggarsaa) Paarkiingii SiyaatiKanfaltii Paarkiingii Daandiirraa Siyaatil (Kan Deeggarsaa)Baasii Imala Keessan ISA DHUGAA shallagaa Cufamuu Riqicha High-Rise Lixa Siyaatil, Sararoota Jijjiirraa Daandii Click to open PDF in new window
Category: West Seattle – Drive Safe – om
Spokane St Swing Bridge (low bridge) konkolaattota dhimmoota muddamsaaf, tiraanziitiif, fi fe’umsa ulfaataaf banaa akka ta’an nu gargaaraa. Yeroo ammaa kana, Low bridge, konkolaattota hayyama hin qabneef guyyaa hojiitti sa’aatii 5 a.m. hamma 9 p.m’tti akkasumas guyyaa boqonnaatti sa’aatii 8 a.m. hamma 9 p.m’tti cufaa dha. Sararootni filannoon itti fayyadamuun danda’amu kanneen akka the 1st Ave S Bridge ykn South Park Bridge […]
Cufamuun Riqicha High-Rise Lixa Siyaatil namoota sarara daandii jijjiirraa qe’ee Duwamish Valley kan akka Highland Park, Roxhill, South Delridge, Roxbury, Georgetown, South Park fi SODO keessa jiraatanirra muddansaa fi faalama qilleensaa geessisee/uumee jira. Yeroon imala keessan wayita gahu, lafoo deemuu ykn wheeling, biking ykn scooting, riding transit, vanpooling, ykn naannoo jireenyaa turuun, mataa dhukkubbii muddamsa tiraafikaan qabamanii turuutiin dhufu hambisuun, fayyaa namoota hawaasa […]