Sal the Salmon as jira. Isin amma guutummaatti tiraafika Lixa Siyaatil IRRA akka jirtan nan beeka. Garuu, namoota Lixa Siyaatil, South Park, fi Georgetown keessa jiraatan ykn hojjataniif qofa oduuwwan gaarii qaba: gargaarsi karaarra jira. Ani waa’ee rides, workshops, gargaarsa baramaa, mi’oota tek haasa’aan jira…tooftaa haaraa imala eessan haqsiisuu fi imala keesan deebisu.
Kanaafuu, ofii keessaniif waan gaarii godhaati ride bilisaa argachuuf galmaa’aa akkasumas imala keessan ‘fall’ kana haqaa.
Flip Your Trip (Imala Keessan irra utaaluun) duula namootni Lixa Siyaatil ykn South Park keessa jiraatan ykn hojjetan yeroo supha Riqicha Lixa Siyaatilitti filannoo imalaa akka qabaatan gargaaruuf sagantaa Qajeelcha Geejjibaa Siyaatiliin qophaa’e dha.