Kaartaawwanii fi Leecalloowwan

Bahuu keessaniin dura kaartaawwan kaameeraa daandii, fi kanneen biroo haala tiraafikaa agarsiisan ilaalaa qulqulleeffadhaa.

Kaartaa Imaltootaa SIyaatil (Kaameeraa Daandii)
Kaartaa (Deeggarsaa) Paarkiingii Siyaati
Kanfaltii Paarkiingii Daandiirraa Siyaatil (Kan Deeggarsaa)
Baasii Imala Keessan ISA DHUGAA shallagaa

Cufamuu Riqicha High-Rise Lixa Siyaatil, Sararoota Jijjiirraa Daandii