Assisted Transit

Geejjiba Ga’eessotaa fi & Namoota Fedhii Geejjibaa Adda Ta’e Qabanii

Marsariitiin FindARide.org jedhu manguddoota fi namoota miidhaa qaamaa qaban filannoowwan geejibaa naannoo keessan jiran waliin quunnamsiisa. The Sound Generations’ West Seattle Hyde Shuttle ammoo guutummaa Kibba Lixa Siyaatil keessatti tajaajila van bilisaa balbalaa-balbalattii, manguddoota umuriin isaanii waggaa 55 fi isaa oliif akkasumas miidhamtoota qaamaatiif ni kenna.

FindARide.org logo with dark blue background, text is in white and says FindARide.org and has tan accents

Naannoo keessan akkasumas fedhii seensa carraa kanaa qabaachuu keessan filadhaa. Marsariitiin kunis filannoowwan geejjibaa naannoo keessan jiru isin beeksisa.

Hyde Shuttles logo in red, text says Hyde Shuttles Sound generations

Geejjiba shuttle manguddootaa fi qaama miidhamtootaa naannoo Kibba Lixa Siyaatil keessatti argamanii. Galmaa’uuf cuqaasaa ykn (206) 727-6262 irratti bilbilaa. Interpreter services are available upon request. Yoo gaafattan tajaajilli turjumaanaas ni jira.

Amma Yaabbadhu

65+ ykn Kan hir’inna qaamaa qabuu? Yeeroo barbaade yaabbii argamuu danda’u kan kaffalttiin madalawaa ta’e arggadhu.