COVID Safety

Nageenya keessan eegsisuuf Metro’n maal gochaa jira

Konkolaataa hunda guyyaa kamuu faalama irraa qulqulleessaa jira

Maaskii gaafachuu fi iddoo raabsa maaskii awtoobisiiwwan irratti gaxxamuu

Qulqulleessituwwan qilleensaa fooyyee qaban

Fagina Qaamaa Eeggachuu

Sararoota muddama qabaniif awtoobisiiwwan dabalataa erguu

Qoodinsa Nageenyaa


Metro irratti nagaalessa ta’uuf maal gochuu dandeessu

Maaskii godhaa

Wayita dhukkubsattan mana turaa

Fageenya qaamaa eeggadhaa

Bakka ukkamamaa hin dhaqiinaa

Qophii tiraanziitiif galmaa’aa

Kanfaltii Orca card ykn mobile app’tin raawwadhaa