Qajeelfama akkaataa gara, naannoo Siyaatil itti dhaqamuu fi irraa deebi’an
Qajeelfamni gara, naannoo Peeninsulaa Lixa Siyaatil’tti dhaqamuu fi irraa deebi’an ‘online’ ta’e kun yeroo cufiinsa riqichaa isa ijootti, yeroo yeroon fooyya’eera. La foo deemuun, dhokdhokkee fayyadamuun, tiraanziitii qabachuun, ridesharing — ykn naannooma turuuf imala keessan jijjiiruun ykn yeroo muddamsaan ala imaluun— hundi tooftaa namootni ittiin as dhufan yommuu ta’u, kunis dhiibbaa hawaasa sarara jijjiirraa daandii ijootti argaman irra gahus hir’isuun gargaaraa jira.

Naannooma turaa
Tajaajilawwan Fayyaa Naannichaa
Bakka Hojii fi Mana Barnootaa Fagoo
Iddoo Gahumsaa Dhiyoo

Lafoo deemaa & Sigigaadhaa
Kaartaawwanii fi Leecalloowwan
Sarara Imalaa Keessan Karoorfadhaa
Daandiiwwan Fayyaalessa Ta’anii Turan

Dhokdhokkeen & Scoot
Qabeenya/Leecalloowwan
Sarara Irra Imaltan Karoofadhaa
Ride Bilisaa

Tiraanzitii Uummataa
Imala Keessan Karoorfadhaa
Gargaarsa Baruumsa Geejjiba Hawaasaa
Vidiyo gababaa waa’ee geejjiba hawaasatiin dhiha Siyaatil keessaa deemuu
COVID Safety
Tooftaalee Kanfaltii
Assisted Transit

Vanpool
Filmaatawwan Rideshare Dabalataa
Gargaarsa Baruumsa Konkolaataa-qooddachuu (Vanpool)
Vidiyo gababaa waa’ee vanpooling dhiha Siyaatil keessa
Kanfaltii Ji’oota Jalqabaa Lamaan

Haala nagaalessa ta’een konkolaachisaa
Kaartaawwanii fi Leecalloowwan
Hayyama Seensa Low Bridge
Of’eeggannoo Taasisaa

Duula Imala Kee Gargalcii (Flip Your Trip)
Gaafii qabdaa?
Fuula keenya daawwadhu Gaaffiwwan dedebi’anii gaafatamaniif.
Sosochii Dargaggootaa
carpools qindeefame irraa gara geejjiba hawaasaa, dargaggoolleen filannoota qaban!
Ar’aa galmaahi
Imala tolaa kan gatiin $ 25 gahu fudhu!