Kanfaltii Ji’oota Jalqabaa Lamaan

Hayyama seensaa gara SW Spokane St. Bridge (Low Bridge) isin geessu argachuun, Metro Vanpool’tiin sa’aatii imalaa keessan gad xiqqeessuun maallaqa keessan qusadhaa. August 2021 keessa, King County Metro, ji’oota lamaan jalqabaatiif, Lixa Siyaatil keessatti kanneen vanpool qabatan haarawaatiif, hayyama kanfaltii malee kennaa jira.