Filmaatawwan Rideshare Dabalataa

Marsariitiin RideshareOnline.com free ride-matching filmaata isa biraa dha. Raayidii argachuu ni dandeessu, ykn konkolaataa keessan oofaa yoo jiraattan, imaltoota argachuu ni dandeessu. Isin abbaa qabeenyaa ykn hojii gaggeessaa biiznasii yoo taatan, leecalloowwan kanneen beeksisuu dabalataan, ORCA For Business filannoo hojjetoota Vanpool’tti fayyadamaniif baasiin isaanii guutummaan deebi’uuf of keessaa qabu barbaaddachuu ni dandeessu.