Category: om

Torbaan darbe (Guraandhala 19-20), Kiing Kaawuntii Metroon dhaabbiwwan atobisaa lama bane, tokko kan gara kaabaa deemuu fi ka gara kibbaa deemu Alaskan Way S irratti S Jackson St tti kan kalaahu. Dhaabbiwwan kun atobisa lakkoofsa 55, 56, 57, 113, 120, 121, 125, fi Sarara RapidRide C tajaajila. Tokkoon tokkoo karaawwan kanaa kan tajaajilu hawaasota ollaawwan […]

Read more

Ce’uumsa Ijoolleen waggaa 5 fi gadii tolaan yaabatu. Dargaggoon umrii 6- 18 cuftuu gatii deemsaa akkaan xiqqaa tahe argachuuf ulaagaalee ni guutu karaa kaardota ORCA Dargaggootatiin. Barattotni Manneen Barnoota Hawaasaa Siyaatil hundinuu kan sadarkaa jiddu galaa fii sadarkaa lammaffa bilaashaan dangaa malee ORCA Opportunity Youth Pass dhaaf ulaagaa ni guutan. Barattoonni Kolleejjiin Kibba Siyaatil (South […]

Read more

Saganta Filaanoo Deemsa Dhiha Siiyatili (West Seattle Travel Options Program) Muummeen/ ijii akeekoota Filaanoo Deemsa Riqichi Dhiha Siiyatili (West Seattle Travel Options) maali? Gara Riqicha Dhiha Siiyatili, keesa, aala fi naano Siiyatili deemsa qofaa oofan xiqeessuun Riqiica jalaa ka Dhiha Siiyatili cuufamuu irra traaffiiki salphiisa Ilgalcuu Siiyatili, keesa, aala fi naano Ilgalcuu Siiyatili geejjiba barbaadan […]

Read more

ORCA card ykn Transit Go Ticket keessan fudhaati har’uma imaluu eegalaa. ORCA Card fudhaa Transit Go Ticket App argadhaa

Read more

Geejjiba Ga’eessotaa fi & Namoota Fedhii Geejjibaa Adda Ta’e Qabanii Marsariitiin FindARide.org jedhu manguddoota fi namoota miidhaa qaamaa qaban filannoowwan geejibaa naannoo keessan jiran waliin quunnamsiisa. The Sound Generations’ West Seattle Hyde Shuttle ammoo guutummaa Kibba Lixa Siyaatil keessatti tajaajila van bilisaa balbalaa-balbalattii, manguddoota umuriin isaanii waggaa 55 fi isaa oliif akkasumas miidhamtoota qaamaatiif ni […]

Read more

Iddoo deemtan sana yeroodhaan gahuuf sarara daandii fi sagantaa filatamaa ta’e filachuuf tooftaalee armaan gadiitti fayyadami. Karoorsaa Imalaa King County Metro Karoorsaa Imalaa Tiraanziitii Sound Lixa Siyaatil irraa gara Tajaajila Vashon Ferry West Seattle to Downtown Seattle Water Taxi Service App One Bus Away Tajaajilawwan Waliingahiinsa King County Quunnamtii uummachuun isin barbaachisaa? Sarara keessan ijoorraa […]

Read more

Nageenya keessan eegsisuuf Metro’n maal gochaa jira Konkolaataa hunda guyyaa kamuu faalama irraa qulqulleessaa jira Maaskii gaafachuu fi iddoo raabsa maaskii awtoobisiiwwan irratti gaxxamuu Qulqulleessituwwan qilleensaa fooyyee qaban Fagina Qaamaa Eeggachuu Sararoota muddama qabaniif awtoobisiiwwan dabalataa erguu Qoodinsa Nageenyaa Metro irratti nagaalessa ta’uuf maal gochuu dandeessu Maaskii godhaa Wayita dhukkubsattan mana turaa Fageenya qaamaa eeggadhaa […]

Read more

Sararoota dhokdhokkee, suuqiiwwan saaykilii Lixa Siyaatil-Duwamish Valley keessan, fi kanneen biroo akkamiin akka fayyadamtan. Nageenyaa Dhokdhokkee fi Titooriyaalii Dhaaba Dhokdhokkee iddoo Transit Facilities’tti Dhokdhokkeen akkamiin Bus Bike Rack irratti fe’amaDaandii akkamiin Tiraanziitii waliin fayyadamnaSeera daandicharra dhokdhokkee oofuuSarara dhokdhokkee akkamiin fayyadamnaNaannoo konkolaattota fe’umsaa gurguddoo haala nagaalessa ta’een akkamiin dhokdhokkee oofna (Viidiyoo)Nageenya dhokdhokkee keenyaa akkamiin eegna Suuqiiwwan […]

Read more

Iddoo barbaaddan sana gahuuf sarara dhokdhokkee filatamaa argachuudhaaf, meeshaalee fi kaartaawwan deeggarsaa armaan gadiitti fayyadamaa. Kaartaa (Deeggarsaa) Dhokdhokkee Siyaatil Kaartaa Dhokdhokkee Siyaatil fi Duwamish Valley (PDF) Kaartaa dhokdhokkeen fi scooters’tiin irra deeman Kaartaa (Deeggarsaa)Daangessa Saffisaa SiyaatilKaartaa ‘Bridge the Gap’ Kilabii Saaykilii Cascade (PDF) Sarara Dhokdhokkee imala gara Lixa Siyaatil fi Duwamish Valley’tti, fi kanneen irraa […]

Read more

Dhokdhokkeen ykn Scooter’tin Low Bridge irra cehuun ykn maayila keessan isa jalqabaa/dhumaa haguuguun tooftaa filatamaa dha. Lime fi LINK hojjettoota baay’ee barbaachisoo ta’anii fi namoota gara beellamoota talaallii COVID-19’tti imalaa jiraniif Raayidii Bilisaa kennaa jiru. Waa’ee dhokdhokkee fi Scooter odeeffannoo dabalataa beekuuf, share. Ogeeyyii fayyaa hawaasaa fi qondaaltota seera kabajchiisaniif raayidii bilisaa daqiiqaa-30. Enroll now (Amma […]

Read more

Leecalloowwan dabalaa kanneeniin gamnoomaan, malee, humnaan hin imaliinaa. West Seattle and Duwamish Valley Walking Map (PDF) Dursa Lafoof Dursa Lafoof: West Seattle Trails map (PDF) Sagantaa Daandii Magariisaa Qe’ee Keessaa Bilookii keessaniif Hayyama a Stay Healthy gaafadhaa Dhimma qe’ee keessan jiru gabaasaa

Read more

Isin hangamuu yeroo baay’ee gara Lixa Siyaatil deddeebitanis, imalawwan murtaa’an lafoo ni deemtu, stroller dhiibdu ykn wilcheeriin ni deemtu. Nuyis namoota lafoo deemanii fi haala nagaalessa ta’een sigigaatan ni deeggarra. Kunis bakkeewwan magariisaa qe’ichaa (daandiiwwan qe’ee jireenyaa cal’isoo) duruma jiran garii isaanii gara Daandii Fayyaalessatti jijjiiruun dha. Daandiiwwan Fayyaalessummaan Turan – konkolaattotaaf cufaa ta’u – […]

Read more