Category: om

Gara First Hill ykn isa darbanii konkolaachisuurra, beellamoota waldhaansaa ykn kunuunsa yaalaa laga osoo hin cehiin argachuu yaadaa: Kunuunsa Muddamsaa CHI Franciscan - Lixa Siyaatil Hospitaala CHI Franciscan St Anne - Burien Zoom + Care - Lixa Siyaatil Polyclinic - Lixa Siyaatil Giddugala Fayyaa Hawaasaa Sea Mar - South Park Hospitaala Waldhaansa Beeyladootaa Kibba SIyaatil Qorannoo COVID-19 Bilisaa: Namni kamuu Siyaatil […]

Read more

Manaa deddeebi’anii hojjechuu itti fufuun yeroo West Seattle High Bridge cufame sanatti tooftaa ijoo daandii jijjiirraa sanarraa tiraafika salphisuuf fayyade dha. fagaattanii deemtanii hojjechuu ykn barachuu yoo dandeessan, jiraattotaa fi maatiiwwan naannoo Lixa Siyaatil jiraniif faayidaa beeksisaa fi tajaajilawwan jiran armaan gadii itti fayyadamaa. Commute Seattle kun Michuu Magaalaa biiznasiiwwan keessan karoora filannoo imalaa akka qabaatan […]

Read more

Bahuu keessaniin dura kaartaawwan kaameeraa daandii, fi kanneen biroo haala tiraafikaa agarsiisan ilaalaa qulqulleeffadhaa. Kaartaa Imaltootaa SIyaatil (Kaameeraa Daandii)Kaartaa (Deeggarsaa) Paarkiingii SiyaatiKanfaltii Paarkiingii Daandiirraa Siyaatil (Kan Deeggarsaa)Baasii Imala Keessan ISA DHUGAA shallagaa Cufamuu Riqicha High-Rise Lixa Siyaatil, Sararoota Jijjiirraa Daandii Click to open PDF in new window

Read more

Spokane St Swing Bridge (low bridge) konkolaattota dhimmoota muddamsaaf, tiraanziitiif, fi fe’umsa ulfaataaf banaa akka ta’an nu gargaaraa. Yeroo ammaa kana, Low bridge, konkolaattota hayyama hin qabneef guyyaa hojiitti sa’aatii 5 a.m. hamma 9 p.m’tti akkasumas guyyaa boqonnaatti sa’aatii 8 a.m. hamma 9 p.m’tti cufaa dha. Sararootni filannoon itti fayyadamuun danda’amu kanneen akka the 1st Ave S Bridge ykn South Park Bridge […]

Read more

Cufamuun Riqicha High-Rise Lixa Siyaatil namoota sarara daandii jijjiirraa qe’ee Duwamish Valley kan akka Highland Park, Roxhill, South Delridge, Roxbury, Georgetown, South Park fi SODO keessa jiraatanirra muddansaa fi faalama qilleensaa geessisee/uumee jira. Yeroon imala keessan wayita gahu, lafoo deemuu ykn wheeling,  biking ykn scooting, riding transit, vanpooling, ykn naannoo jireenyaa turuun, mataa dhukkubbii muddamsa tiraafikaan qabamanii turuutiin dhufu hambisuun, fayyaa namoota hawaasa […]

Read more

Marsariitiin RideshareOnline.com free ride-matching filmaata isa biraa dha. Raayidii argachuu ni dandeessu, ykn konkolaataa keessan oofaa yoo jiraattan, imaltoota argachuu ni dandeessu. Isin abbaa qabeenyaa ykn hojii gaggeessaa biiznasii yoo taatan, leecalloowwan kanneen beeksisuu dabalataan, ORCA For Business filannoo hojjetoota Vanpool’tti fayyadamaniif baasiin isaanii guutummaan deebi’uuf of keessaa qabu barbaaddachuu ni dandeessu.

Read more

Hayyama seensaa gara SW Spokane St. Bridge (Low Bridge) isin geessu argachuun, Metro Vanpool’tiin sa’aatii imalaa keessan gad xiqqeessuun maallaqa keessan qusadhaa. August 2021 keessa, King County Metro, ji’oota lamaan jalqabaatiif, Lixa Siyaatil keessatti kanneen vanpool qabatan haarawaatiif, hayyama kanfaltii malee kennaa jira. Fudhatamummaa Beeksisaa fi Tarkaanfilee Jalqabbii Kaartaa Vanpools kan Siyaatil keessaa Gaaffileetiif, Vanpool@KingCounty.gov […]

Read more

Biiznasiiwwan naannichaa gargaaraa, waa’ee olloota keessan baraa, akkasumas West Seattle Peninsula daawwachuun carraa tajaajilawwan naannicha jiranitti fayyadamaa. Daqiiqaa 15-20 Kan Fagaatu: Giroosariiwwan, tajaajila waldhaansaa, iddoo daawwannaa aadaa, manneen barnootaa, fermaataa tiraanziitii, fi iddoowwan bashannanaa yeroo boqonnaa isin irraa fagina daqiiqaa 15-20 keessatti argaman. Naannichumaa Soorachuu: Lixi Siyaatil kun, ristoraantotaa fi kaaffeewwan Siyaatil keessatti beekamoo ta’an […]

Read more